( OCM) GAREE DEEBII ARIIFACHIISAA

( OCM) Rapid response team

GAREE DEEBII ARIIFACHIISAA

Imaammata cimaa mootummaan federaalaa baqattoota irratti baaseen wal qabatee duula dhiheenya kana magaalaa lakkuu keessatti baqattoota irratti raawwatamaa jiruuf deebii kennuuf, hooggantootni hawaasa Oromoo Garee Deebii Ariifachiisaa hundeessanii jiran.

Kunoo unka armaan gadii guutuudhaan waan isin barbaachisu nutti himaa.

Maqaa fi bilbila nama dhimma keessan Ilaalaa turee yoo beektan barreessaa.
YOO AKKA ISIN QUNNAMUU SODAATTAN, NAMA BAKKA KEESSAN BU'EE NUTI QUNNAMNU JIRAA?
Scroll to Top